Kabaja Guyyaa WBO Gaafa Amajjii 10, 2015 – AMSTERDAMITTI, NETHERLANDS

Guyyaa WBO Netherlands Amsterdam 2015 2

BIFA ADDAAN KABAJAMA

TEESSOO: Wijnand Nuijenstraat 1, Amsterdam. Cetral station irraa bus 18 (richting Slotervaart) qabattanii bakka Derkinderenstraat(postjesweg itti irraa buutanii Derkinderstraat postiesweg sana qabattanii gara mirgaatti 4’ yoo deemtan Wijnand Nuijenstraat 1 argitu.

SA’AATII: 11:00 irraa eegala

SAGANTAA: HAASAWAA HOOGGANA ABO IRRAA, QOPHII ADDA ADDAA, NYAATA, DHUGAATII FI BASHANNANA.

GUYYAAN WBO 2015, ERGA ABO KEESSATTI ARAARRI BU’EE BAKKA TOKKOTTI KAN QOPHAAWE WAAN SEENA QABEESSAA DHA.

Hawaasni Oromoo biyyaa Netherlands guyyaa seena qabeessa kanarratti argamtanii waliin akka kabajnee gammadnee oollu kabajaan affeeramtaniitu.

WBOn GAACHA OROMOO HUNDAA TI!

Koree Qindeessituu Ayyaana WBO 2015

http://finfinnetribune.com/Gadaa/2014/11/kabaja-guyyaa-wbo-gaafa-amajjii-10-2015-amsterdamitti-netherlands/

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s